Taphataan sarara gidduu Maanchister Siitii Jaak Giriilish Etihaad waan turu hin fakkaatu. Turtiinsaa waggoota afurii akka dhuunfaatti badaa gaarii miti. Ammoo Warri Baayer Liverkusan ...
Tootenhaam taphataa isaa Saan Heung-min kan waggaa 10 booda kilabicha gadhiisaa jiru bakka buufachuuf Riyaal Maadiriidirraa taphataa lammii Biraazil Roodiriigoo fudhachuuf abbalaa jira. Maanchester ...
Liiverpuul jifataa lammii Naayijeeriyaa ergisaan Galataasaraay ture Viktor Osimeen fudhachuu akka barbaadu gabaafame. Jifataan ganna 26 kilaba Naappolii Osimeen, achuma Galataasaraay turuuf hireen ...
Aleksaandar Isaak ammallee Niiwukasil gadhiisuu barbaada; Maanchestar Yunaayitid karra eegaa Seenee Laameens kajeelaa jira; akkasumas Riyaal Maadriid fi Atleetikoo Maadriid ammoo kilaboota Koobii ...
Maanchister Yuunaayitid Bireentifoordi irraa Biriyaan Embuumoo mallatteessisuuf mariin ji'ootaaf gaggeessaa ture danqame. Liiverpuul taphataa Entiraakti Firaankifarti, Huugoo Ekitiikee ...
Michoonni Yukireen Awurooppaa, waraana kanaaf ''bara murteessaa'' jechuun ibsanitti, Kiiviif deeggarsa waraanaa haaraa Yuuroo biiliyoona 21 (Doolaara biiliyoona 24 ykn paawundii biiliyoona 18) kennuuf ...
Waancaan Kilaboota Addunyaa Yunaayitiid Isteetsitti Sambata darbe eegalame guyyaa kaleessaa seenaa dorgommichaa keessatti riikardii haaraa galmeesse. Dorgommii idila addunyaa guddaarrattis walmadaaluu ...
Kaadhimamaan paartii Naayijeeriyaa bulchaa jiru dhiyeesse Bolaa Tinubuu filannoo Pirezedantummaa injifatan. Qondaalli siyaasaa gameessi ganna 70 sagalee 36% argachuu firiin filannoo ibsame kan ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results