Weellisaa Adam Mohaammad armaan dura sirboota aadaa Gujii sirbuun beekamtii horate. Akkaataa uffannaafi rifeensa tolfannaa isaatiin ammoo aadaa ofii calaqisiisuun beekama. Armaan dura sirbi ‘Lammii, ...
Firanki Maak YouTube fayyadamuun sirbaa kan ture, amma garuu hojiisaa ta'u dubbata. Weelllisaan karaa YouTube attamiin akka sirbamu ofii isaa barsiisee amma badhaassawwan gurguddaa adunyaa lama ittiin ...